Efesoon 1:14 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 innis warri kan Waaqayyoo taʼan galata ulfina isaatiif yeroo furamanitti wanta nu argachuuf jirruuf qabdii keenya. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Hafuurri qulqulluun immoo warri kan Waaqayyoo ta'an galata ulfina isaatiif yeroo furamanitti wanta nuyi argachuuf jirruuf qabdii keenya*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 እንስ ወር ከን ዋቀዮ ተአን ገለተ ኡልፍነሳቲፍ ዬሮ ፉረመንት ወንተ ኑ አርገቹፍ ጅሩፍ ቀብዲኬኘ። Viz kapitola |