Efesoon 1:13 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Isinis dubbii dhugaa jechuunis wangeela fayyina keessanii dhageessanii Kiristoositti amantanii, Hafuura Qulqulluu waadaa galame sanaan chaappeffamtan; Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Isinis immoo ergaa dhugaa, wangeela fayyina keessanii karaa isaa dhageessan; isin warri dhageessanii itti amantan, hafuura qulqulluu isa abdachiifameen mallateeffamtaniittu*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 እስንስ ዱቢ ዹጋ ጄቹንስ ወንጌለ ፈይነኬሰኒ ዸጌሰኒ ክርስቶስት አመንተኒ፣ ሀፉረ ቁልቁሉ ዋዳ ገለሜ ሰናን ቻፔፈምተን፤ Viz kapitola |