Online Bible

- Reklamy -




Daaniʼel 1:3 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 Mootichis ergasii Ashfenaz itti gaafatamaa qondaaltota isaa sana waamee akka inni Israaʼeloota sanyii moototaatii fi maatii ulfina qabeeyyii taʼan tokko tokko ol galchu ajaje;

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Mootichi yommus dargaggoota Israa'elii booji'aman warra sanyii moototaa fi gurguddootaa ta'an keessaa akka dhi'eessuuf, Ashfenaaz angafa hojjetoota isaa warra xu'aashii abboome*;

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 ሞትችስ ኤርገሲ አሽፌነዝ እት ጋፈተማ ቆንዳልቶተሳ ሰነ ዋሜ አከ እን እስራኤሎተ ሰኚ ሞቶታቲፊ ማቲ ኡልፍነ ቀቤዪ ተአን ቶኮ ቶኮ ኦል ገልቹ አጀጄ፤

Viz kapitola kopírovat




Daaniʼel 1:3

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy