Online Bible

- Reklamy -




Daaniʼel 1:10 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 qondaalli sun garuu Daaniʼeliin, “Ani gooftaa koo isa nyaataa fi dhugaatii keessan isiniif ramade sana nan sodaadha; inni maaliif dargaggoota hiriyoota keessan kaan caalaa huqqattanii isin arga? Kanaan isin mootichi balaa mataa kootti fiddu” jedhe.

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Namichi Daani'eliin,<<Ani mooticha gooftaa koo isa waan isin nyaattanii fi waan isin dhugdan isiniif mure nan sodaadha; sababiin isaas mootichi bifni keessan hiriyoota keessanii gad ta'ee daalachaa'u in arga; kanaanis isin mooticha biraa dubbii sodaachisaa mataa koo irratti in fichisiiftu>> jedhe.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 ቆንዳል ሱን ገሩ ዳንኤሊን፣ “አን ጎፍታኮ እሰ ኛታፊ ዹጋቲኬሰን እስኒፍ ረመዴ ሰነ ነንሶዳዸ፤ እን ማሊፍ ደርገጎተ ህርዮተኬሰን ካን ጫላ ሁቀተኒ እስን አርገ? ከናን እስን ሞትች በላ መታኮት ፍዱ” ጄዼ።

Viz kapitola kopírovat




Daaniʼel 1:10

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy