Online Bible

- Reklamy -




Asteer 1:7 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 Dhugaatiinis xoofoo warqeetiin namaaf dhiʼeeffame. Tokkoon tokkoon xoofoo sanaas gosa adda addaa ture; daadhiin wayiniis akkuma arjummaa mootichaatti akka malee baayʼee ture.

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Mootichi arjaa dha, daadhii wayniis hamma ga'utti qaba waan tureef, waancaa warqee bifa garaa garaa qabutti namootaaf in kennisiise;

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 ዹጋቲንስ ጦፎ ወርቄቲን ነማፍ ዽኤፈሜ። ቶኮን ቶኮን ጦፎ ሰናስ ጎሰ አደ አዳ ቱሬ፤ ዳዺን ወይኒስ አኩመ አርጁማ ሞትቻት አከ መሌ ባይኤ ቱሬ።

Viz kapitola kopírovat




Asteer 1:7

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy