Online Bible

- Reklamy -




Asteer 1:6 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 Iddoon biqiltuu sunis golgaa quncee talbaa irraa hojjetame adii fi cuquliisa, kirrii adii fi diimaa dhiilgeedhaan qubeelaa meetii kan utubaawwan dhagaa akka cabbiitti hidhame tokko qaba ture. Sireewwan dinkiin kanneen warqee fi meetii irraa hojjetamanis lafa dhagaa diimaadhaan, dhagaa akka cabbiitiin, lula bifa adda addaa qabuu fi dhagaawwan gati jabeeyyiidhaan miidhagfamee hafame irra ture.

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 Iddoon dhaabaa sun golgaawwan haarrii adii fi haarrii bifa waaqaa qabu irraa hojjetamanii, funyoo haarrii adii fi boffee dhiilgee irraa dha'ameen amartii meetiitti hidhamanii utuboota dhagaa gati-qabeessaatti gad rarraafaman qaba ture; buusaa dhagaa borrajjii fi dhagaa gati-qabeessaan, callee gati-jabeessaa fi dhagaa gati-jabeeyyiidhaan miidhagfamanii hojjetaman irra immoo sireewwan warqee fi meetii irraa hojjetamantu turan.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 እዶን ብቅልቱ ሱንስ ጎልጋ ቁንጬ ተልባራ ሆጄተሜ አዲፊ ጩቁሊሰ፣ ክሪ አዲፊ ዲማ ዺልጌዻን ቁቤላ ሜቲ ከን ኡቱባወን ዸጋ አከ ጨቢት ህዸሜ ቶኮ ቀበ ቱሬ። ስሬወን ድንኪን ከኔን ወርቄፊ ሜቲራ ሆጄተመንስ ለፈ ዸጋ ዲማዻን፣ ዸጋ አከ ጨቢቲን፣ ሉለ ብፈ አደ አዳ ቀቡፊ ዸጋወን ገቲ ጀቤዪዻን ሚዸግፈሜ ሀፈሜረ ቱሬ።

Viz kapitola kopírovat




Asteer 1:6

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy