Asteer 1:20 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Yoos yommuu labsiin mootichaa guutummaa mootummaa isaa keessatti labsamutti dubartoonni hundinuu xinnoo fi guddoon dhirsoota isaaniitiif ulfina kennu.” Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Abboommiin si mooticha biraa ba'u biyya kee isa bal'aa kana keessatti guutummaatti yommuu labsamu, dubartoonni hundinuu,<<Kun hiyyeessa, kun sooressa>> utuu hin jedhin dhirsoota isaaniitiif ulfina in kennu>> jedhe. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ዮስ ዮሙ ለብሲን ሞትቻ ጉቱማ ሞቱማሳ ኬሰት ለብሰሙት ዱበርቶትን ሁንድኑ ጥኖፊ ጉዶን ዽርሶተሳኒቲፍ ኡልፍነ ኬኑ።” Viz kapitola |