Online Bible

- Reklamy -




Asteer 1:10 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 Guyyaa torbaffaatti Ahashweroos Mootichi yeroo daadhii wayinii dhugee gammadetti xuʼaashiiwwan isa tajaajilan torban jechuunis Mihuumaan, Biztaaʼaa, Harboonaa, Bigtaaʼa, Abaagtaa, Zeetaarinii fi Karkas

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Ahashweros mootichi nyaachisa guyyaa torbaffaa irratti daadhii waynii dhugee yommuu gammade, xu'aashota torban warra isaaf ergaman Mihumaanii fi Biiztaanin, Harbonaa fi Biigtaanin, Abaagtaa fi Zetaarin, Karkaasinis waamee,

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 ጉያ ቶርበፋት አሀሽዌሮስ ሞትች ዬሮ ዳዺ ወይኒ ዹጌ ገመዴት ጡኣሺወን እሰ ተጃጅለን ቶርበን ጄቹንስ ምሁማን፣ ብዝታኣ፣ ሀርቦና፣ ብግታአ፣ አባግታ፣ ዜታሪፊ ከርከስ

Viz kapitola kopírovat




Asteer 1:10

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy