Online Bible

- Reklamy -




Amoos 1:5 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 Ani karra Damaasqoo nan cabsa; mootii Sulula Aawwen keessa jiruu fi isa Beet Eden keessatti bokkuu qabatu nan balleessa. Uummanni Sooriyaa boojiʼamee Qiiritti ni geeffama” jedha Waaqayyo.

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Danqaroota karra Damaasqoo nan caccabsa; warra dachaa Aween keessa jiraatan, isa ulee mootummaa baatus Bet-Edeenii nan buqqisa; warri Sooriyaas booji'amanii biyya Qiir in dhaqu>> jedha Waaqayyo>> jedhe*.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 አን ከረ ደማስቆ ነንጨብሰ፤ ሞቲ ሱሉለ አዌን ኬሰ ጅሩፊ እሰ ቤት ኤዴን ኬሰት ቦኩ ቀበቱ ነንበሌሰ። ኡመትን ሶርያ ቦጅአሜ ቂርት ንጌፈመ” ጄዸ ዋቀዮ።

Viz kapitola kopírovat




Amoos 1:5

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy