Online Bible

- Reklamy -




Amoos 1:3 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 Waaqayyo akkana jedha: “Ani cubbuu Damaasqoo sadiif, afuriifis dheekkamsa koo duubatti hin deebisu. Sababii isaan meeshaa ittiin midhaan dhaʼan kan ilkaan sibiilaa qabuun Giliʼaadin tumaniif,

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Amos itti fufee, <<Waaqayyo akka jedhu! <<Warri mandara Damaasqoo ulee sibiilaa isa ittiin midhaan cagadaniin warra biyya Giil'aad waan cagadaniif, ani irra-daddarbaa isaanii isa keessa deddeebi'aniif adabni akka irraa deebi'u hin godhu!

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 ዋቀዮ አከነ ጄዸ፦ “አን ጩቡ ደማስቆ ሰዲፍ፣ አፉሪፍስ ዼከምሰኮ ዱበት ህንዴብሱ። ሰበቢ እሳን ሜሻ እቲን ምዻን ዸአን ከን እልካን ስቢላ ቀቡን ግልኣድን ቱመኒፍ፣

Viz kapitola kopírovat




Amoos 1:3

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy