Amoos 1:2 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Innis akkana jedhe: “Waaqayyo Xiyoon keessaa iyya; Yerusaalem keessaa sagalee dhageessisa; dirreen tiksoonni itti bobbaasan ni goga; fiixeen gaara Qarmeloosis ni coollaga.” Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Inni,<<Waaqayyo tulluu Xiyoon irraa in qaqawweessa'a, Yerusaalem keessaas sagalee isaa in dhageessisa; kaloon warra tiksituu in goga, gubbee tulluu Qarmelos irraas margi in coollaga>> jedhee dubbate*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 እንስ አከነ ጄዼ፦ “ዋቀዮ ጥዮን ኬሳ እየ፤ ዬሩሳሌም ኬሳ ሰገሌ ዸጌስሰ፤ ድሬን ትክሶትን እት ቦባሰን ንጎገ፤ ፊጤን ጋረ ቀርሜሎስስ ንጮለገ።” Viz kapitola |