2 ጢሞቴዎስ 1:8 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Kanaafuu waaʼee Gooftaa keenyaa dhugaa baʼuutti yookaan ana nama isaaf jedhee hidhametti hin qaanaʼin. Wangeelaaf dhiphachuu keessatti garuu humna Waaqaatiin na wajjin hirmaadhu; Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Egaa akka Waaqayyo humna siif kennetti, wangeelaaf rakkachuu keessaa qooda qabaadhu malee, gooftaa keenyaaf dhugaa ba'uu, waa'ee koo isa ani sababii Kristosiif jedhee hidhames hin yeella'in*! Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ከናፉ ዋኤ ጎፍታኬኛ ዹጋ በኡት ዮካን አነ ነመ እሳፍ ጄዼ ህዸሜት ህንቃነእን። ወንጌላፍ ዽጰቹ ኬሰት ገሩ ሁምነ ዋቃቲን ነ ወጅን ህርማዹ፤ Viz kapitola |