2 ጢሞቴዎስ 1:7 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Waaqni hafuura humnaa, kan jaalalaatii fi kan of dhowwuu nuu kenne malee hafuura sodaa nuuf hin kennineetii. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Waaqayyo hafuura humnaa kan jaalalaa fi kan of qabuu malee, hafuura ija-laafinaa nuuf hin laanne*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ዋቅን ሀፉረ ሁምና፣ ከን ጃለላቲፊ ከን ኦፍ ዾዉ ኑ ኬኔ መሌ ሀፉረ ሶዳ ኑፍ ህንኬንኔቲ። Viz kapitola |