2 ጢሞቴዎስ 1:5 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Ani amantii kee isa dhugaa sana nan yaadadha; amantiin kunis jalqabatti akkoo kee Looʼisii fi haadha kee Ewuunqee keessa ture; amma immoo akka si keessa jiru nan amana. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Amantiin kee garaa qulqulluudhaan ta'uun isaa anatti yaadatama; amantiin inni dur akkoo kee Lo'is, haadha kee Ewuniiqee keessas ture sun, si keessas akka jiru nan amana*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 አን አመንቲኬ እሰ ዹጋ ሰነ ነንያደዸ፤ አመንቲን ኩንስ ጀልቀበት አኮኬ ሎእሲፊ ሃዸኬ ኤዉንቄ ኬሰ ቱሬ፤ አመሞ አከ ስ ኬሰ ጅሩ ነንአመነ። Viz kapitola |