2 ጢሞቴዎስ 1:4 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Ani yommuun imimmaan kee yaadadhutti akka gammachuudhaan guutamuuf guddisee si arguu nan hawwa. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Imimmaan kee yeroon yaadadhu immoo, si argee garaa guutuudhaan akkan gammaduuf sin yaada*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 አን ዮሙን እምማንኬ ያደዹት አከን ገመቹዻን ጉተሙፍ ጉድሴ ስ አርጉ ነንሀወ። Viz kapitola |