2 ጢሞቴዎስ 1:18 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Akka inni guyyaa sanatti Gooftaa irraa araara argatuuf fedhii Gooftaa haa taʼu! Inni Efesoon keessatti karaa baayʼeen akka na tajaajile ati iyyuu sirriitti beekta. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Guyyaa sanatti goofticha biraa araara argachuun isaa jaalala gooftaa haa ta'u! Efesoonittis hammam akka inni anaaf ergame ati iyyuu ba'eessa gootee in beekta*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 አከ እን ጉያ ሰነት ጎፍታራ አራረ አርገቱፍ ፌዺ ጎፍታ ሃተኡ! እን ኤፌሶን ኬሰት ከራ ባይኤን አከ ነ ተጃጅሌ አትዩ ስሪት ቤክተ። Viz kapitola |