Online Bible

- Reklamy -




2 ተሰሎኒቄ 1:10 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 kunis guyyaa inni qulqulloota isaatiin kabajamuu fi warra amanan hundumaa gidduutti dinqisiifatamuuf dhufutti taʼa. Isinis waan dhuga baʼumsa keenya amantaniif isaanitti lakkaaʼamtu.

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Kunis guyyaa inni qulqulloota isaa keessatti ulfina argachuudhaaf warra isatti amanan hundumaa birattis dinqiitti ilaalamuudhaaf dhufu sanatti raawwatamuuf jira; isinis isa nuyi isinitti dhugaa baane waan amantaniif warra sanatti in lakkaa'amtu*.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 ኩንስ ጉያ እን ቁልቁሎተሳቲን ከበጀሙፊ ወረ አመነን ሁንዱማ ግዱት ድንቅሲፈተሙፍ ዹፉት ተአ። እስንስ ዋን ዹገ በኡምሰኬኘ አመንተኒፍ እሳንት ለካአምቱ።

Viz kapitola kopírovat




2 ተሰሎኒቄ 1:10

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy