2 ሳሙኤል 1:5 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Kana irratti Daawit dargaggeessa oduu kana fideen, “Akka Saaʼolii fi ilmi isaa Yoonaataan duʼan ati akkamitti beekte?” jedhe. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Daawit yommus,<<Saa'ol mootichii fi Yonaataan ilmi isaa akka du'an ati attamitti beekta?>> jedhee namicha isatti hime sana in gaafate. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ከነረት ዳዊት ደርገጌሰ ኦዱ ከነ ፍዴን፣ “አከ ሳኦሊፊ እልምሳ ዮናታን ዱአን አት አከምት ቤክቴ?” ጄዼ። Viz kapitola |