Online Bible

- Reklamy -




2 ሳሙኤል 1:22 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

22 “Dhiiga namoota dhumanii keessaa, foon namoota jajjaboo irraa, iddaan Yoonaataan duubatti hin deebine; goraadeen Saaʼolis akkasumaan hin deebine.

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

22 Iddaan Yonaataan dhiiga namaa utuu hin dhangalaasin, moora warra jajjaboos utuu hin waraanin gad qabamee hin beeku; billaan Saa'olis waa utuu hin rukutin deebi'ee hin beeku.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

22 “ዺገ ነሞተ ዹመኒ ኬሳ፣ ፎን ነሞተ ጀጀቦራ፣ እዳን ዮናታን ዱበት ህንዴብኔ፤ ጎራዴን ሳኦልስ አከሱማን ህንዴብኔ።

Viz kapitola kopírovat




2 ሳሙኤል 1:22

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy