2 ሳሙኤል 1:18 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 akkasumas faaruu iddaa jedhamu kana akka namoonni Yihuudaa barsiisfaman ajaje; kunis kitaaba Yaashaar keessatti barreeffameera. Innis: Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 akka kanatti fufee jirutti in faarse; namoonni Yihudaa immoo faarfannaa <<Iddaa>> jedhamu kana akka barsiifamaniif in abboome; faarfannaan kun macaafa warra qajeelotaa isa <<Yaashaar>> jedhamu keessatti caafamee jira*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 አከሱመስ ፋሩ እዳ ጄዸሙ ከነ አከ ነሞትን ይሁዳ በርሲፈመን አጀጄ፤ ኩንስ ክታበ ያሻር ኬሰት በሬፈሜረ። እንስ፦ Viz kapitola |