Online Bible

- Reklamy -




2 ሳሙኤል 1:15 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

15 Ergasii Daawit namoota isaa keessaa tokko waamee, “Dhaqiitii dhaʼii isa ajjeesi!” jedhe. Innis isa dhaʼe; namichis ni duʼe.

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

15 Yommusuma namoota isaa keessaa tokko waamee,<<Dhaqii namicha kana rukutii lafaan dha'i!>> jedhee isa in abboome; kana irratti inni namicha rukutee in ajjeese*.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

15 ኤርገሲ ዳዊት ነሞተሳ ኬሳ ቶኮ ዋሜ፣ “ዸቂቲ ዸኢ እሰ አጄስ!” ጄዼ። እንስ እሰ ዸኤ፤ ነምችስ ንዱኤ።

Viz kapitola kopírovat




2 ሳሙኤል 1:15

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy