2 ጴጥሮስ 1:9 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Garuu namni waan kana hin qabne kam iyyuu jaamaa dha; fagoottis arguu hin dandaʼu; cubbuu isaa durii sana irraa qulqulleeffamuu isaa irraanfateera. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Namni wanti kun hundinuu irraa hin argamne immoo, nama of irraa butee hin ilaalle, jaamaa dhas; inni cubbuu isaa isa duriittii qulleeffamuu isaa irraanfachuu isaa ti*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ገሩ ነምን ዋን ከነ ህንቀብኔ ከምዩ ጃማዸ፤ ፈጎትስ አርጉ ህንደንደኡ፤ ጩቡሳ ዱሪ ሰነራ ቁልቁሌፈሙሳ እራንፈቴረ። Viz kapitola |