2 ጴጥሮስ 1:5 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Sababuma kanaaf amantii keessan irratti gaarummaa, gaarummaa irrattis beekumsa dabalachuuf waan isinii dandaʼame hunda godhaa; Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Ammas dhama'uu hundumaan dhama'aa! Amantii qabdan gaarummaadhaan argisiisaa, gaarummaa keessaan beekumsa argisiisaa*! Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ሰበቡመ ከናፍ አመንቲኬሰንረት ጋሩማ፣ ጋሩማረትስ ቤኩምሰ ደበለቹፍ ዋን እስኒ ደንደአሜ ሁንደ ጎዻ፤ Viz kapitola |