2 ጴጥሮስ 1:18 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Nu mataan keenya iyyuu yeroo isa wajjin tulluu qulqulluu irra turretti, utuu sagaleen kun samii irraa dhufuu dhageenye. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Nuyi warri gaara qullaa'aa gubbaatti isaa wajjin turre immoo, sagalee waaqa irraa isaaf dhufe kana dhageenyeerra*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ኑ መታንኬኘዩ ዬሮ እሰ ወጅን ቱሉ ቁልቁሉረ ቱሬት፣ ኡቱ ሰገሌን ኩን ሰሚራ ዹፉ ዸጌኜ። Viz kapitola |