2 ጴጥሮስ 1:15 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Ani akka isin erguma ani isin biraa godaanee booddee yeroo hunda waan kana yaadachuu dandeessan gochuuf nan carraaqa. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Erga ani godaanee booddee immoo, wanta kana yeroo hundumaa akka isin yaadachuu dandeessan gochuudhaaf nan dhama'a. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 አን አከ እስን ኤርጉመ አን እስን ብራ ጎዳኔ ቦዴ ዬሮ ሁንደ ዋን ከነ ያደቹ ደንዴሰን ጎቹፍ ነንጨራቀ። Viz kapitola |