2 ጴጥሮስ 1:14 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 ani akka Gooftaan keenya Yesuus Kiristoos naaf ibsetti, dunkaana koo kana akkan dafee of irraa baasu beekaatii. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Gooftaan keenya Yesus Kristos akka anatti argisiisetti, dhagni koo inni akka godoo kun dafee buqqifamuuf akka jiru ani beeka*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 አን አከ ጎፍታንኬኘ ዬሱስ ክርስቶስ ናፍ እብሴት፣ ዱንካነኮ ከነ አከን ደፌ ኦፍራ ባሱ ቤካቲ። Viz kapitola |