2 ጴጥሮስ 1:13 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Ani hamman dunkaana kana keessa jirutti waan kana isin yaadachiisuudhaan isin dammaqsuu koo qajeelaa nan seʼa; Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Dhagna koo isa akka godoo kana keessa hamma ani jirutti, yaadachiisee isin dammaqsuun koo qajeelaa dha jedhee fudhadheera*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 አን ሀመን ዱንካነ ከነ ኬሰ ጅሩት ዋን ከነ እስን ያደቺሱዻን እስን ደመቅሱኮ ቀጄላ ነንሴአ፤ Viz kapitola |