2 ጴጥሮስ 1:10 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Kanaaf yaa obboloota ko, waamamuu fi filatamuu keessan mirkaneeffachuuf caalaatti hinaaffaa qabaadhaa. Yoo waan kana gootan isin hin gufattan; Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Kanaafis obboloota ko, waamamuu keessanitti, fo'amuu keessanittis jabaachuudhaaf caalchisaa dhimmaa! Kana yoo gootan matumaa hin kuftan. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ከናፍ ያ ኦቦሎተኮ፣ ዋመሙፊ ፍለተሙኬሰን ምርከኔፈቹፍ ጫላት ህናፋ ቀባዻ። ዮ ዋን ከነ ጎተን እስን ህንጉፈተን፤ Viz kapitola |