2 ጴጥሮስ 1:1 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Simoon Phexros garbichaa fi ergamaa Yesuus Kiristoos irraa, Gara warra karaa qajeelummaa Waaqa keenyaa fi Fayyisaa keenya Yesuus Kiristoosiin amantii akkuma amantii keenyaa gatii guddaa qabu sana argattaniitti: Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Ani Simoon Phexros, Yesus Kristosiif hojjetaa, ergamaas ta'ee, warra karaa qajeelina Waaqayyo keenyaaf fayyisaa keenyaa Yesus Kristos amantii gati-jabeessa isuma nuyi arganne sana argataniif caafuu koo ti. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ስሞን ጴጥሮስ ገርብቻፊ ኤርገማ ዬሱስ ክርስቶስራ። ገረ ወረ ከራ ቀጄሉማ ዋቀኬኛፊ ፈይሳኬኘ ዬሱስ ክርስቶሲን አመንቲ አኩመ አመንቲኬኛ ገቲ ጉዳ ቀቡ ሰነ አርገተኒት። Viz kapitola |