2 ዮሀንስ 1:1 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Jaarsicha irraa, Gara giiftii filatamtuu fi ijoollee ishee, warra ani dhugaadhaan jaalladhu, warra ana qofa utuu hin taʼin warri dhugaa beekan hundi akkasuma jaallataniitti; Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Ana isa maanguddicha biraa, haa ga'u gara haadha warraa ishee fo'atamtee fi gara ijoollee ishee, warra ani dhugaadhaan jaalladhu; ana kophaa miti, warri dhugaa hubatan hundinuu isin in jaallatu malee*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ጃርስቸራ። ገረ ጊፍቲ ፍለተምቱፊ እጆሌሼ፣ ወረ አን ዹጋዻን ጃለዹ፣ ወረ አነ ቆፈ ኡቱ ህንተእን ወር ዹጋ ቤከን ሁንድ አከሱመ ጃለተኒት፤ Viz kapitola |