2 ቆሮንቶስ 1:5 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Akkuma nu dhiphina Kiristoos keessatti baayʼee hirmaannu, akkasuma immoo karaa Kiristoosiin jajjabinni nuu baayʼata. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Dhiphina Kristos keessaa hammana kan hin jedhamne akkuma hirmaanne akkasuma karaa Kristos jajjabina isaa keessaa hammana kan hin jedhamne in hirmaanna*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 አኩመ ኑ ዽጵነ ክርስቶስ ኬሰት ባይኤ ህርማትኑ፣ አከሱመሞ ከራ ክርስቶሲን ጀጀብን ኑ ባይአተ። Viz kapitola |