2 ቆሮንቶስ 1:23 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Ani garuu isin qusachuudhaaf jecha Qorontositti hin deebine; anis akka inni dhugaa natti baʼuuf Waaqa ofitti nan waama. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Ani garuu isin qusachuudhaaf gara Qorontos dhufuu dhiisuu koo Waaqayyo in beeka; kanas Waaqayyo dhugaa ana irratti haa baasu*! Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 አን ገሩ እስን ቁሰቹዻፍ ጄቸ ቆሮንቶስት ህንዴብኔ፤ አንስ አከ እን ዹጋ ነት በኡፍ ዋቀ ኦፍት ነንዋመ። Viz kapitola |