2 ቆሮንቶስ 1:18 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Akkuma Waaqni amanamaa taʼe dubbiin nu isinitti dubbannus “Eeyyee” fi “Waawuu” miti. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Akka amanamummaan Waaqayyoo dhugaa ta'e, akkasuma dubbiin ani isinitti dubbadhu ?Eyyee?, ?Waawuu? jechuudhaan kan gara gaggalu miti*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 አኩመ ዋቅን አመነማ ተኤ ዱቢን ኑ እስንት ዱበትኑስ “ኤዬፊ ዋዉ” ምት። Viz kapitola |