1 ጢሞቴዎስ 1:7 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Isaanis maal akka jedhan yookaan akka waaʼee maalii cimsanii dubbatan utuu hin hubatin barsiistota seeraa taʼuu barbaadu. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Isaan kun waan ofii dubbatan yookiis waa'ee isa cimsanii dubbatan sanaa utuu hin hubatin, barsiisota seerichaa ta'uu in barbaadu. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 እሳንስ ማል አከ ጄዸን ዮካን አከ ዋኤ ማሊ ጭምሰኒ ዱበተን ኡቱ ህንሁበትን በርሲስቶተ ሴራ ተኡ በርባዱ። Viz kapitola |