1 ተሰሎኒቄ 1:6 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Isinis fakkeenya keenyaa fi fakkeenya Gooftaa duukaa buutaniirtu; utuma dhiphina guddaa keessa jirtanuus gammachuu Hafuurri Qulqulluun isinii kennuun dubbicha fudhattaniirtu. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Isinis fakkeenya keenyaa fi fakkeenya gooftaa duukaa buutaniittu; yoo baay'ee rakkattan iyyuu, gammachuu hafuura qulqulluu biraa dhufuun dubbicha fudhattaniittu*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 እስንስ ፈኬኘኬኛፊ ፈኬኘ ጎፍታ ዱካ ቡተኒርቱ፤ ኡቱመ ዽጵነ ጉዳ ኬሰ ጅርተኑስ ገመቹ ሀፉር ቁልቁሉን እስኒ ኬኑን ዱብቸ ፉዸተኒርቱ። Viz kapitola |