1 ተሰሎኒቄ 1:10 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 akkasumas Ilma isaa isa inni warra duʼan keessaa kaase jechuunis Yesuus isa dheekkamsa dhufu jalaa nu baasu sana akka samii irraa eeggattan ni himu. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Deebi'uun keessanis ilma isaa isa waaqa irraa dhufu, isa inni warra du'an keessaa kaase Yesus isa dheekkamsa dhufu jalaa nu oolchu eeggachuudhaaf*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 አከሱመስ እልመሳ እሰ እን ወረ ዱአን ኬሳ ካሴ ጄቹንስ ዬሱስ እሰ ዼከምሰ ዹፉ ጀላ ኑ ባሱ ሰነ አከ ሰሚራ ኤገተን ንህሙ። Viz kapitola |