1 ሳሙኤል 1:7 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Kunis wagguma waggaadhaan itti fufe. Yeroo Haannaan gara mana Waaqayyootti ol baatutti masaanuun ishee, ishee tuttuqaa turte; kanaafuu Haannaan ni boossi, nyaatas hin nyaattu turte. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Kunis waggaadhaa gara waggaatti ittuma in fufe; yeroo isheen gara mana qulqullummaatti ol baatu hundumaatti masaanuun ishee hamma isheen boossee midhaan lagattutti ishee in tuttuqxi turte; Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ኩንስ ወጉመ ወጋዻን እት ፉፌ። ዬሮ ሃናን ገረ መነ ዋቀዮት ኦል ባቱት መሳኑንሼ፣ እሼ ቱቱቃ ቱርቴ፤ ከናፉ ሃናን ንቦስ፣ ኛተስ ህንኛቱ ቱርቴ። Viz kapitola |