1 ሳሙኤል 1:5 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Inni sababii Haannaa jaallatuuf qooda harka lama isheedhaaf kenna ture; Waaqayyo garuu gadameessa ishee cufee ture. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Waaqayyo akka Haannaan dhala hin godhanne yoo godhe iyyuu, Elqaanaan sababii ishee jaallatuuf ga'aa ishee harka lama in kennaaf ture. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 እን ሰበቢ ሃና ጃለቱፍ ቆደ ሀርከ ለመ እሼዻፍ ኬነ ቱሬ፤ ዋቀዮ ገሩ ገደሜሰሼ ጩፌ ቱሬ። Viz kapitola |