1 ሳሙኤል 1:4 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Yommuu guyyaan itti Elqaanaan aarsaa dhiʼeessu gaʼutti inni niitii isaa Pheniinaa, ilmaan isaatii fi intallan isaa hundaaf foon sana irraa qooda isaanii ni kenna ture. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Elqaanaan yeroo aarsaa qalmaa dhi'eessu hundumaatti haadha manaa isaa Phiniinaadhaa fi ilmaan isheetiif, intaloota isheetiifis foon dhi'aatu sana irraa qooda isaanii in kennaaf ture. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ዮሙ ጉያን እት ኤልቃናን ኣርሳ ዽኤሱ ገኡት እን ኒቲሳ ጴኒና፣ እልማንሳቲፊ እንተለንሳ ሁንዳፍ ፎን ሰነራ ቆደሳኒ ንኬነ ቱሬ። Viz kapitola |