1 ሳሙኤል 1:20 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Haannaan ulfooftee yeroon isaa geenyaan ilma deesse. Maqaa isaas, “Ani Waaqayyo irraa isa kadhadheeraatii” jettee Saamuʼeel jettee moggaafte. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Kanaaf isheen ulfooftee yeroon isaa geenyaan ilma deesse;<<Isa argachuuf ani Waaqayyoon kadhadheera>> jettee, maqaa isaa Saamu'elitti in moggaafte. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ሃናን ኡልፎፍቴ ዬሮንሳ ጌኛን እልመ ዴሴ። መቃሳስ፣ “አን ዋቀዮራ እሰ ከዸዼራቲ” ጄቴ ሳሙኤል ጄቴ ሞጋፍቴ። Viz kapitola |