1 ሳሙኤል 1:19 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Isaanis guyyaa itti aanu ganama barii kaʼanii fuula Waaqayyoo duratti sagadanii gara mana isaanii Raamaatti deebiʼan. Elqaanaan niitii isaa Haannaa bira gaʼe; Waaqayyos ishee yaadate. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Borumtaa Elqaanaa fi maatiin isaa ganama obboroodhaan ka'anii Waaqayyoof in sagadan; gara Raamaatti deebi'anii mana isaaniitti in galan; Elqaanaan haadha manaa isaa Haannaa bira yommuu ga'etti Waaqayyo ishee in yaadate*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 እሳንስ ጉያ እት ኣኑ ገነመ በሪ ከአኒ ፉለ ዋቀዮ ዱረት ሰገደኒ ገረ መነሳኒ ራማት ዴብአን። ኤልቃናን ኒቲሳ ሃና ብረ ገኤ፤ ዋቀዮስ እሼ ያደቴ። Viz kapitola |