1 ሳሙኤል 1:18 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Isheenis, “Garbittiin kee fuula kee duratti surraa haa argattu” jette. Ergasiis deemsa ishee itti fufte; nyaata ni nyaatte; gaddis fuula ishee irratti hin mulʼanne. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Isheen immoo,<<Faara tolaadhaan ana garbittii kee ilaali!>> jettee, karaa ishee irra in buute; nyaatas in nyaattee, deebites nyaara hin guurre. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 እሼንስ፣ “ገርብቲንኬ ፉለኬ ዱረት ሱራ ሃአርገቱ” ጄቴ። ኤርገሲስ ዴምሰሼ እት ፉፍቴ፤ ኛተ ንኛቴ፤ ገድስ ፉለሼረት ህንሙልአትኔ። Viz kapitola |