1 ጴጥሮስ 1:1 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Phexros ergamaa Yesuus Kiristoos irraa, Gara filatamtoota Phonxoos, Galaatiyaa, Qaphadooqiyaa, Asiyaa fi Biitaaniyaa keessa bibittinnaaʼan Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Ani Phexros ergamaan Yesus Kristos kana caafuu koo ti. Haa ga'u gara warra fo'amanii, isaanis warra biyyaa baafamanii kutaa biyya Phonxositti, Galaatiyaatti, Qaphadooqiyaatti, Asiyaatti akkasumas Bitiiniyaatti tamsa'anii jiranii*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ጴጥሮስ ኤርገማ ዬሱስ ክርስቶስራ። ገረ ፍለተምቶተ ጳንጦስ፣ ገላትያ፣ ቀጰዶቅያ፣ አስያፊ ቢታንያ ኬሰ ብብትናአን Viz kapitola |