1 ዮሀንስ 1:9 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Yoo cubbuu keenya himanne, inni cubbuu keenya nuu dhiisuuf amanamaa fi qajeelaa dha; jalʼina hunda irraas nu qulqulleessa. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Cubbuu keenya yoo isatti himanne, inni amanamaa fi qajeelaa waan ta'eef, cubbuu keenya nuuf in dhiisa, jal'ina keenya hundumaattiis nu qulleessa*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ዮ ጩቡኬኘ ህመትኔ፣ እን ጩቡኬኘ ኑ ዺሱፍ አመነማፊ ቀጄላዸ፤ ጀልእነ ሁንደራስ ኑ ቁልቁሌሰ። Viz kapitola |