1 ዮሀንስ 1:7 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Garuu akkuma inni ifa keessa jiru sana, nus yoo ifa keessa deddeebine walii wajjin tokkummaa qabna; dhiigni Ilma isaa Yesuus cubbuu hundumaa irraa nu qulqulleessa. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Akka inni ifa keessa jiru, nuyis ifa keessa yoo deddeebine, nuyi walii keenyaa wajjin tokkummaa qabna, dhiigni ilma isaa Yesus immoo cubbuu hundumaattii nu qulleessa*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ገሩ አኩመ እን እፈ ኬሰ ጅሩ ሰነ፣ ኑስ ዮ እፈ ኬሰ ዴዴብኔ ወሊ ወጅን ቶኩማ ቀብነ፤ ዺግን እልመሳ ዬሱስ ጩቡ ሁንዱማራ ኑ ቁልቁሌሰ። Viz kapitola |