1 ቆሮንቶስ 1:19 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Kunis, “Ani ogummaa ogeeyyii nan balleessa; hubannaa hubattootaas nan fashaleessa” jedhamee barreeffameera. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Caaffanni qulqullaa'aan, ?Ogummaa warra ogeessotaa nan balleessa, hubannaa warra hubatootaas lafatti nan dabala? in jedha*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ኩንስ፣ “አን ኦጉማ ኦጌዪ ነንበሌሰ፤ ሁበትና ሁበቶታስ ነንፈሸሌሰ” ጄዸሜ በሬፈሜረ። Viz kapitola |