1 ቆሮንቶስ 1:11 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Yaa obboloota ko, akka isin gidduu lolli jiru warri mana Kiloʼee jiraatan tokko tokko natti himaniiru. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Obboloota ko, wal qoccoluun akka isin keessa jiru, namoonni aaddee Klo'ee anatti himaniiru*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ያ ኦቦሎተኮ፣ አከ እስን ግዱ ሎል ጅሩ ወር መነ ቀሎኤ ጅራተን ቶኮ ቶኮ ነት ህመኒሩ። Viz kapitola |