11 Olla keesa yaa, biyyaani, woreega tolfad'a jed'aani; wonti akanatiifi eegi guyya sadi galaana Yordani taakitani lafa AABBO Waaqi isanii kennu fud'attani.