9 Inni waan jed'eeni, Anini nama gosa Ebrania; ammalle anini AABBO Waaqa gubbaa, ka lafafi baariinile uume sodaad'a.