13 Ch'arqi naqad'a, boha, isani qaalole, ta huji Waaqaa hojatte sorio baaftu! Mana Waaqaa seena, halkani kana ch'ufa bohaa bula! Mid'aanifi daad'iini Waaqa keesanii baasani injirtu.